Yaa Gooftaa Kunoo Ani.
Jireenya tajaajila Gooftaaf of kenne.
Tajaajilaaf Qophaa'ummaa
✦ Osoo Hin Mamin Eeyyee Jechuu
"Sagalee Gooftaa: 'Eenyun erga? Eenyutus nuuf deema?' jedhu nan dhaga'e. Anis: 'Kunoo ani jira, na ergi!' nan jedhe" (Isaayyaas 6:8)
Isaayyaas: "Kunoo ani jira, na ergi" jedhe (Isaayyaas 6:8).
Isin simachuuf jaalala guddaa qabna.
Yeroo jalqabaatiif kan daawwattan yoo ta'e, naannoo keessanitti garee xiqaa barbaaddan ykn waa'ee amantii Kiristoos gaaffii qabaattan, garee keenya qunnamaa.
Galgala Kibxataa Sa'aatii 7:30 PM
914 Silver Spring Ave, Suite 204B, Silver Spring, MD 20910.
Itti aansuun tokkummaa, shaayii, bunaafi kadhannaatu ta'a.
Dilbata Sa'aatii 10:30 AM
Emmanuel United Church of Maryland
12604 New Hampshire Ave, Silver Spring, MD 20904
Ergaa Ergaa
Yeroo jalqabaaf dhufaa jirtu, garee jireenyaa barbaadaa jirtu ykn gaaffii kadhannaa qabdu taanaan armaan gaditti nuuf barreessaa.